LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 66:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Aarsaawwan guutummaatti gubaman qabadhee gara mana kee nan dhufa;+

      Wareegawwan koos siif nan raawwadha,+

  • Faarfannaa 116:12-14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Wanta gaarii inni naaf godhe hundumaatiif,

      Yihowaadhaaf maalan deebisa?

      13 Xoofoo fayyinaa* nan kaasa,

      Maqaa Yihowaas nan waammadha.

      14 Saba isaa hundumaa duratti

      Wareega koo Yihowaadhaaf nan raawwadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi