LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 56:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yaa Waaqayyo, wareegan siif wareege raawwachuuf dirqamni na irra jira;+

      Galatas aarsaa godhee siif nan dhiheessa.+

  • Faarfannaa 116:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Saba isaa hundumaa duratti

      Wareega koo Yihowaadhaaf nan raawwadha.+

  • Lallaba 5:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+ 5 Wareega wareegdee utuu hin raawwatin hafuu mannaa, utuu wareega wareeguu baattee siif wayya.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi