Lakkoofsa 30:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+ Lallaba 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+
2 Namni tokko Yihowaadhaaf wareega tokko yoo wareege+ yookiin wanta tokko irraa of qusachuuf wareega tokko wareeguudhaan+ dirqama keessa yoo of* galche, wanta jedhe sana cabsuu hin qabu.+ Wanta raawwachuuf kakate sana hundumaa raawwachuu qaba.+
4 Inni gowwootatti waan hin gammanneef,+ yeroo Waaqayyoof wareega wareegdu hundumaatti wareega kee utuu hin turin raawwadhu.+ Wanta wareegde raawwadhu.+