Iyyaasuu 10:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo Yihowaan Israaʼelota duratti Amoorota injifatetti Iyyaasuun Israaʼelota duratti Yihowaadhaan akkana jedhe: “Yaa aduu, Gibeʼon+ irratti dhaabbadhu!+ Yaa addeessaa, Sulula* Ayiloon irratti dhaabbadhu!” 2 Seenaa Baraa 32:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Haa taʼu malee, yommuu namoonni bulchitoota Baabilon bakka buʼanii dubbatan waaʼee mallattoo*+ biyyattii keessatti taʼee+ ture sanaa akka isa gaafataniif ergamanitti, Waaqni dhugaan isa qoruu+ fi wanta garaa isaa keessa jiru hundumaa beekuuf+ jecha isa ni dhiise.
12 Yeroo Yihowaan Israaʼelota duratti Amoorota injifatetti Iyyaasuun Israaʼelota duratti Yihowaadhaan akkana jedhe: “Yaa aduu, Gibeʼon+ irratti dhaabbadhu!+ Yaa addeessaa, Sulula* Ayiloon irratti dhaabbadhu!”
31 Haa taʼu malee, yommuu namoonni bulchitoota Baabilon bakka buʼanii dubbatan waaʼee mallattoo*+ biyyattii keessatti taʼee+ ture sanaa akka isa gaafataniif ergamanitti, Waaqni dhugaan isa qoruu+ fi wanta garaa isaa keessa jiru hundumaa beekuuf+ jecha isa ni dhiise.