-
Uumama 26:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Kanaan kan kaʼes, Filisxeemonni boolla bishaanii tajaajiltoonni abbaa isaa bara Abrahaamitti qotan hundumaa biyyoodhaan ni duuchan.+
-
-
2 Seenaa Baraa 32:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Namoonni hedduunis walitti qabamanii, “Mootonni Asoor dhufanii bishaan baayʼee maaliif argatu?” jechuudhaan, burqaawwan hundumaa fi laga biyyattii keessa yaaʼu ni duuchan.
-