LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 12:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Sana booda Yehoyaadaan lubichi saanduqa+ tokko fuudhee qadaada isaa erga uree booda, iddoo aarsaa bira bakka namni tokko yommuu mana Yihowaatti ol seenu gara mirgaatiin argamu kaaʼe. Luboonni karra eegdota taʼuudhaan tajaajilanis maallaqa gara mana Yihowaatti fidame hunda achi keessa kaaʼu turan.+

  • 2 Seenaa Baraa 34:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Isaanis gara Hilqiyaa isa luba ol aanaa taʼe sanaa dhufanii, maallaqa isa gara mana Waaqayyootti fidame, isa Leewwonni warri karra eegdota taʼan namoota Minaasee, namoota Efreemii fi namoota Israaʼel warra hafan hundumaa+ irraa, akkasumas namoota Yihudaa, namoota Biiniyaamii fi jiraattota Yerusaalem irraa walitti qaban isatti ni kennan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi