LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 12:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Maallaqa lakkaaʼame sanas warra hojii mana Yihowaatti hojjetamaa jiru irratti muudamanitti kennu turan. Isaan immoo warra mana Yihowaatti anaaxota taʼanii fi hojii ijaarsaa hojjetaniif ni kaffalu turan;+ 12 warra dhagaadhaan ijaaranii fi warra dhagaa bocaniifis ni kaffalu turan. Kana malees, isaan maallaqicha mana Yihowaa isa miidhame sana haaressuuf saanqaawwanii fi dhagoota soofaman bituuf, akkasumas baasii manicha haaressuuf barbaachisu kaan hundaaf itti fayyadamu turan.

  • 2 Seenaa Baraa 34:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis maallaqicha namoota hojii mana Yihowaa keessatti hojjetamu irratti muudamaniif ni kennan. Hojjettoonni mana Yihowaa keessatti hojjetan immoo maallaqicha manicha suphuu fi haaressuuf itti fayyadaman.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi