2 Mootota 25:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Nebukadnezaar mootiin Baabilonis Gedaaliyaa+ isa ilma Ahiqaam+ ilma Shaafaan+ taʼe, namoota biyya Yihudaa keessatti dhiise sana irratti ni muude.+ Ermiyaas 26:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Haa taʼu malee, Ermiyaas namootatti dabarfamee kennamee akka hin ajjeefamneef,+ Ahiqaam+ ilmi Shaafaan+ isa ni gargaare.
22 Nebukadnezaar mootiin Baabilonis Gedaaliyaa+ isa ilma Ahiqaam+ ilma Shaafaan+ taʼe, namoota biyya Yihudaa keessatti dhiise sana irratti ni muude.+
24 Haa taʼu malee, Ermiyaas namootatti dabarfamee kennamee akka hin ajjeefamneef,+ Ahiqaam+ ilmi Shaafaan+ isa ni gargaare.