-
2 Seenaa Baraa 34:29, 30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Kanaafuu, mootichi dhaamsa ergee jaarsolii Yihudaa fi jaarsolii Yerusaalem hunda ni waame.+ 30 Sana booda mootichi namoota Yihudaa hundumaa, jiraattota Yerusaalem, lubootaa fi Leewwota dabalatee isa xinnaa irraa hamma isa guddaatti namoota hundumaa wajjin gara mana Yihowaatti ol baʼe. Dubbii kitaaba kakuu isa mana Yihowaa keessatti argame sana irra jiru hundumaa utuma isaan dhagaʼanii ni dubbise.+
-