-
1 Mootota 13:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Kanaafuu, inni reefficha awwaala ofii isaa keessatti ni awwaale; isaanis, “Wayyoo, yaa obboleessa koo!” jedhanii isaaf ni booʼan. 31 Innis erga isa awwaalee booda ilmaan isaatiin akkana jedhe: “Yommuun duʼu, bakka namni Waaqa dhugaa kun itti awwaalametti na awwaalaa. Lafee koos lafee isaatti aansaatii kaaʼaa.+
-