-
2 Mootota 23:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Achiis, “Siidaan awwaalaa ani gamatti argu kun maali dha?” jedhe. Yeroo kanatti namoonni magaalattii, “Awwaala nama Waaqa dhugaa isa Yihudaadhaa dhufee+ fi wantoota ati iddoo aarsaa Beetel irratti raawwatte kana dursee dubbate sanaa ti” isaan jedhan. 18 Kanaafuu inni, “Dhiisaa haa boqotu. Eenyu iyyuu lafee isaa akka hin tuqne” jedhe. Kanaafuu, isaan lafee isaa fi lafee raajicha Samaariyaadhaa dhufe sanaa utuu hin tuqin dhiisan.+
-