Ermiyaas 27:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Kana malees, ani Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatiinis akkana nan jedhe: “Morma kee waanjoo mootii Baabilon jala galchiitii isaa fi saba isaa tajaajili, atis lubbuudhaan ni jiraatta.+
12 Kana malees, ani Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatiinis akkana nan jedhe: “Morma kee waanjoo mootii Baabilon jala galchiitii isaa fi saba isaa tajaajili, atis lubbuudhaan ni jiraatta.+