-
Ermiyaas 38:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Ermiyaas garuu akkana isaan jedhe: “Ati harka isaaniitti dabarfamtee hin kennamtu. Maaloo, sagalee Yihowaa isa ani sitti himaa jiru kanaaf ajajami; akkana yoo goote gaarii siif ni taʼa; lubbuudhaanis ni jiraatta.
-