LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 21:8-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Saba kanaanis akkana jedhi: ‘Yihowaan akkana jedha: “Kunoo, ani daandii jireenyaa fi daandii duʼaa isin dura kaaʼeera. 9 Warri magaalaa kana keessatti hafan goraadee, beelaa fi golfaadhaan ni duʼu. Haa taʼu malee, namni gad baʼee Kaladoota warra isinitti marsanii jiranitti harka kennu kam iyyuu lubbuudhaan ni jiraata; lubbuun isaas akka boojuutti isaaf ni hafa.”’*+

      10 “‘“Sababiin isaas, ani wanta gaariidhaaf utuu hin taʼin, rakkina ishiitti fiduuf fuula koo magaalaa kana irra kaaʼeera.+ Ishiin harka mootii Baabilonitti dabarfamtee ni kennamti;+ innis ibiddaan ishii guba”+ jedha Yihowaan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi