-
Ermiyaas 27:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Kana malees, ani Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatiinis akkana nan jedhe: “Morma kee waanjoo mootii Baabilon jala galchiitii isaa fi saba isaa tajaajili, atis lubbuudhaan ni jiraatta.+ 13 Atis taate sabni kee akkuma Yihowaan saboota warra mootii Baabilon hin tajaajille ilaalchisee dubbate sanaatti goraadeedhaan,+ beelaa+ fi golfaadhaan maaliif duutu?+
-