LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 27:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Atis taate sabni kee akkuma Yihowaan saboota warra mootii Baabilon hin tajaajille ilaalchisee dubbate sanaatti goraadeedhaan,+ beelaa+ fi golfaadhaan maaliif duutu?+

  • Ermiyaas 29:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “‘Kana malees, goraadeedhaan,+ beelaa fi golfaadhaan isaan nan ariʼa; mootummoota lafaa hundumaa biratti wanta nama sodaachisu akka taʼan nan godha;+ saboota warra ani itti isaan bittinneessu gidduuttis warra abaaraman, wanta nama ajaaʼibsiisu, warra itti siiqsamuu+ fi warra arrabsaman akka taʼan nan godha;+

  • Hisqiʼel 7:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Alaa goraadeetu jira,+ keessaa immoo golfaa fi beelatu jira. Namni dirree keessa jiru kam iyyuu goraadeedhaan duʼa; beellii fi dhaʼichis warra magaalattii keessa jiran ni nyaata.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi