LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 21:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Warri magaalaa kana keessatti hafan goraadee, beelaa fi golfaadhaan ni duʼu. Haa taʼu malee, namni gad baʼee Kaladoota warra isinitti marsanii jiranitti harka kennu kam iyyuu lubbuudhaan ni jiraata; lubbuun isaas akka boojuutti isaaf ni hafa.”’*+

  • Ermiyaas 27:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kana malees, ani Zedeeqiyaa+ mootii Yihudaatiinis akkana nan jedhe: “Morma kee waanjoo mootii Baabilon jala galchiitii isaa fi saba isaa tajaajili, atis lubbuudhaan ni jiraatta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi