-
2 Mootota 4:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Ishiinis abbaa manaa ishiitiin akkana jette: “Namichi yeroo hunda asiin darbu kun nama qulqulluu fi nama Waaqayyoo taʼuu isaa ani beeka. 10 Maaloo, baaxii irratti kutaa xinnoo+ tokko isaaf ijaarree, siree, barcumaa fi baattuu ibsaa achi keessa isaaf haa keenyu. Innis yeroo gara keenya dhufu hundatti achi buufachuu dandaʼa.”+
-