-
1 Mootota 17:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Inni garuu, “Mucaa kee natti kenni” ishiidhaan jedhe. Achiis mucicha harka ishii irraa fudhatee baatee gara kutaa baaxii irraa isa keessa jiraatutti geesse; siree ofii isaa irras isa ciibse.+ 20 Sana booda, “Yaa Waaqa koo Yihowaa,+ ati ilmi ishii akka duʼu gochuudhaan dubartii abbaan manaa irraa duʼee fi ani bira taaʼu tana irrattis rakkina ni fiddaa?” jedhee gara Yihowaatti iyye.
-
-
Yohaannis 11:41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Kanaafuu, isaan dhagicha irraa kaasan. Achiis Yesuus gara samii ilaalaa+ akkana jedhe: “Yaa Abbaa, waan na dhageesseef sin galateeffadha.
-