LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:24, 25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yesuus, “Mee gad baʼaa; intalattiin rafaa jirti+ malee hin duune” jedhe. Yeroo kanatti qoosaadhaan isatti kolfuu jalqaban. 25 Akkuma namoonni sun gad baafamaniin, gara manaatti seenee harka ishii qabe;+ intalattiinis ol kaate.+

  • Luqaas 7:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Achiis itti siqee siricha* tuqe; namoonni reeffa sana baatanis ni dhaabbatan. Sana booda inni, “Dargaggeessa nana, siinan jedha, kaʼi!”+ jedhe. 15 Inni duʼe sunis ol jedhee taaʼee dubbachuu jalqabe; Yesuusis haadha isaatiif isa kenne.+

  • Yohaannis 11:43, 44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Wantoota kana erga dubbatee booda sagalee guddaadhaan, “Alaazaar, as baʼi!”+ jedhee iyye. 44 Namichi duʼe sunis miilli isaa fi harki isaa akka kafanametti gad baʼe; fuulli isaas huccuudhaan maramee ture. Yesuusis, “Irraa hiikaa, haa deemu” isaaniin jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi