Luqaas 7:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yommuu karra magaalattiitti dhihaatus, namoonni reeffa tokko baatanii baʼaa turan; namni duʼe kun haadha isaatiif ilma tokkicha ture.+ Kana malees, ishiin dubartii abbaan manaa irraa duʼe turte. Namoonni magaalattii hedduunis ishii wajjin turan. Luqaas 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Achiis itti siqee siricha* tuqe; namoonni reeffa sana baatanis ni dhaabbatan. Sana booda inni, “Dargaggeessa nana, siinan jedha, kaʼi!”+ jedhe.
12 Yommuu karra magaalattiitti dhihaatus, namoonni reeffa tokko baatanii baʼaa turan; namni duʼe kun haadha isaatiif ilma tokkicha ture.+ Kana malees, ishiin dubartii abbaan manaa irraa duʼe turte. Namoonni magaalattii hedduunis ishii wajjin turan.
14 Achiis itti siqee siricha* tuqe; namoonni reeffa sana baatanis ni dhaabbatan. Sana booda inni, “Dargaggeessa nana, siinan jedha, kaʼi!”+ jedhe.