-
1 Mootota 17:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Kana booda, ilmi dubartii abbaa manichaa taate sanaa ni dhukkubsate; dhukkubni isaa baayʼee cimaa waan taʼeefis hafuura baafachuu dhaabe.+
-
-
Luqaas 8:41, 42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Yeroo kanatti namni Yaayiros jedhamu tokko ni dhufe; namni kun geggeessaa mana sagadaa ture. Inni miila Yesuus irratti kufee gara mana isaa akka dhufu isa kadhachuu jalqabe;+ 42 sababiin isaas, intalli isaa takkittiin umuriin ishii waggaa 12 taʼe duʼuu jala geessee turte.
Yesuus utuu deemaa jiruu namoonni hedduun isa dhiibu turan.
-