LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 17:21, 22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Achiis siʼa sadii mucicha irratti diriiree, “Yaa Waaqa koo Yihowaa, maaloo, mucaan kun deebiʼee akka jiraatu* godhi” jedhee gara Yihowaatti iyye. 22 Yihowaanis kadhannaa Eeliyaas ni dhagaʼe;+ muchichis gara jireenyaatti deebiʼe; ni fayyes.+

  • Luqaas 8:52-54
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 52 Yeroo kanatti, namoonni sun hundi ishiidhaaf booʼaa gaddaan qoma isaanii rurrukutu turan. Kanaafuu inni, “Hin booʼinaa,+ intalattiin rafaa jirti+ malee hin duune” jedhe. 53 Yeroo kanatti isaan intalattiin duʼuu ishii waan beekaniif, qoosaadhaan isatti kolfuu jalqaban. 54 Inni garuu harka ishii qabee, “Intaloo, kaʼi!”+ ishiidhaan jedhe.

  • Yohaannis 11:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Wantoota kana erga dubbatee booda sagalee guddaadhaan, “Alaazaar, as baʼi!”+ jedhee iyye.

  • Hojii Ergamootaa 9:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Yeroo kanatti Pheexiros hunda isaanii gad baasee+ jilbeenfatee kadhate. Achiis gara reeffichaatti garagalee, “Xaabiitaa, kaʼi!” jedhe. Ishiinis ija ishii banatte; yommuu Pheexirosiin argitus kaatee teesse.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi