Yaaqoob 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, fayyuu akka dandeessaniif cubbuu keessan ifatti walitti himadhaa,+ akkasumas waliif kadhadhaa. Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.+
16 Kanaafuu, fayyuu akka dandeessaniif cubbuu keessan ifatti walitti himadhaa,+ akkasumas waliif kadhadhaa. Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.+