Uumama 50:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yoseef dhaloota sadaffaa ilmaan Efreem,+ akkasumas ilmaan Maakiir+ isa ilma Minaasee taʼee ni arge. Isaan kan dhalatan jilba Yoseef irratti ture.* 1 Seenaa Baraa 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ilmaan Minaasee+ kanneen kana turan: Asriʼeel isa saajjatoon isaa ishiin nama biyya Sooriyaa taate isaaf deesse. (Ishiin Maakiir+ isa abbaa Giiliyaad taʼe ni deesse.
23 Yoseef dhaloota sadaffaa ilmaan Efreem,+ akkasumas ilmaan Maakiir+ isa ilma Minaasee taʼee ni arge. Isaan kan dhalatan jilba Yoseef irratti ture.*
14 Ilmaan Minaasee+ kanneen kana turan: Asriʼeel isa saajjatoon isaa ishiin nama biyya Sooriyaa taate isaaf deesse. (Ishiin Maakiir+ isa abbaa Giiliyaad taʼe ni deesse.