13 Raamot Giiliyaad+ irratti ilma Geeber (gandoonni dunkaanaa Yaaʼir+ ilma Minaasee warri Giiliyaad+ keessatti argamanis isa jala turan; kana malees, naannoon Argoob+ inni Baashaan+ keessa jiru, jechuunis magaalonni guguddoon warri dallaa fi danqaraa sibiila diimaa qaban 60ni isa jala turan);