Faarfannaa 20:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+ Faarfannaa 22:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Abbootiin keenya sitti amanaman;+Isaan sitti amanamaniiru; atis isaan oolchaa turte.+
7 Tokko tokko gaariiwwan fardaatti, warri kaanis fardeenitti amanamu,+Nuti garuu maqaa Waaqa keenya Yihowaa ni waammanna.+