47 Isaanis biyya isaa fi biyya Oog+ mootii Baashaan, jechuunis biyya mootota Amoorotaa lamaan warra naannoo Yordaanos irraa kallattii bahaatiin argaman sanaa dhaalaan ni fudhatan; 48 kunis Aroʼer+ isa qarqara Sulula Arnoonitti argamu irraa hamma Gaara Siyoon, jechuunis hamma Hermoonitti,+