-
Baʼuu 6:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Ilmaan Meraarii Maahlii fi Muushii turan.
Kanneen kun akka hidda dhalootaa maatii isaaniitti maatiiwwan Leewwotaa turan.+
-
-
1 Seenaa Baraa 23:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Ilmaan Meraarii Maahlii fi Muushii turan.+ Ilmaan Maahlii Eleʼazaarii fi Qiish turan.
-