12 Magaalonni kun namni nama ajjeese yaaʼicha duratti murtiidhaaf dhihaachuu isaa dura akka hin duunetti,+ magaalota nama haaloo baʼu jalaa itti baqattan isiniif ni taʼu.+ 13 Magaalonni itti baqatan warri isin qopheessitan jaʼan faayidaa kanaaf oolu.