Iyyaasuu 21:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Maatiiwwan Qehaatotaatiif+ carraan kan baʼe yeroo taʼu, sanyii Yihudaa,+ sanyii Simiʼoonii+ fi sanyii Biiniyaam+ keessaa, Leewwota warra sanyii Aaron lubichaa taʼaniif magaalonni 13 carraadhaan ni kennaman.
4 Maatiiwwan Qehaatotaatiif+ carraan kan baʼe yeroo taʼu, sanyii Yihudaa,+ sanyii Simiʼoonii+ fi sanyii Biiniyaam+ keessaa, Leewwota warra sanyii Aaron lubichaa taʼaniif magaalonni 13 carraadhaan ni kennaman.