Iyyaasuu 10:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Yeroo Yihowaan Israaʼelota duratti Amoorota injifatetti Iyyaasuun Israaʼelota duratti Yihowaadhaan akkana jedhe: “Yaa aduu, Gibeʼon+ irratti dhaabbadhu!+ Yaa addeessaa, Sulula* Ayiloon irratti dhaabbadhu!” Abbootii Murtii 1:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Kanaafuu, Amooronni Gaara Herees, Ayiloonii+ fi Shaʼaalbiimiin+ gadhiisanii deemuu didan. Humni* mana Yoseef yommuu dabaletti* garuu, isaan hojii humnaa ulfaataa taʼe akka hojjetan dirqisiifaman.
12 Yeroo Yihowaan Israaʼelota duratti Amoorota injifatetti Iyyaasuun Israaʼelota duratti Yihowaadhaan akkana jedhe: “Yaa aduu, Gibeʼon+ irratti dhaabbadhu!+ Yaa addeessaa, Sulula* Ayiloon irratti dhaabbadhu!”
35 Kanaafuu, Amooronni Gaara Herees, Ayiloonii+ fi Shaʼaalbiimiin+ gadhiisanii deemuu didan. Humni* mana Yoseef yommuu dabaletti* garuu, isaan hojii humnaa ulfaataa taʼe akka hojjetan dirqisiifaman.