LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis isaan Beetelii baʼanii deeman. Efraataa gaʼuu isaanii duras Raahel ciniinsuun ishii jalqabe; ciniinsuun ishiis akka malee itti hammaate.

  • Uumama 35:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Duʼuu ishii yeroo xinnoo dura* (ishiin duʼuu jala geessee waan turteef), maqaa isaa Benʼonii* jettee moggaaste; abbaan isaa garuu maqaa isaa Biiniyaam*+ jedhee moggaase.

  • Lakkoofsa 26:38, 39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Ilmaan Biiniyaam+ akka maatii maatii isaaniitti kanneen kana turan: Beelaa+ keessaa maatii Beelotaa, Ashbeel keessaa maatii Ashbeelotaa, Ahiraam keessaa maatii Ahiraamotaa, 39 Shefufaam keessaa maatii Shefufaamotaa, akkasumas Hufaam keessaa maatii Hufaamotaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi