Uumama 30:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ishiinis, “Garbittiin tiyya Biilhaan tunoo ti.+ Ishiin ijoollee akka naaf deessuu* fi karaa ishii anis ijoollee akkan qabaadhuuf ishii wajjin saalqunnamtii raawwadhu” isaan jette. Uumama 30:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Achiis Raahel, “Ani obboleettii tiyyaa wajjin waldhaansoo cimaa nan godhe. Nan moʼes!” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Niftaalem*+ jettee moggaaste. Uumama 46:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Ilmaan Niftaalem,+ Yaahziʼel, Guunii, Yezeerii fi Shiilem+ turan. 25 Kanneen kun ilmaan Biilhaa ishii Laabaan intala isaa Raaheliif kenne sanaa turan. Ishiin Yaaqoobiif kanneen kana ni deesse; isaan walumaa galatti namoota* torba turan.
3 Ishiinis, “Garbittiin tiyya Biilhaan tunoo ti.+ Ishiin ijoollee akka naaf deessuu* fi karaa ishii anis ijoollee akkan qabaadhuuf ishii wajjin saalqunnamtii raawwadhu” isaan jette.
8 Achiis Raahel, “Ani obboleettii tiyyaa wajjin waldhaansoo cimaa nan godhe. Nan moʼes!” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Niftaalem*+ jettee moggaaste.
24 Ilmaan Niftaalem,+ Yaahziʼel, Guunii, Yezeerii fi Shiilem+ turan. 25 Kanneen kun ilmaan Biilhaa ishii Laabaan intala isaa Raaheliif kenne sanaa turan. Ishiin Yaaqoobiif kanneen kana ni deesse; isaan walumaa galatti namoota* torba turan.