Abbootii Murtii 5:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Guyyaa sanatti Dibooraan+ Baaraaq+ ilma Abinoʼaamii wajjin faarfannaa kana faarfatte:+ Abbootii Murtii 5:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Taʼaanaak keessa laga Megidoo+ biratti,Mootonni dhufanii waraana banan;Mootonni Kanaʼaan waraana banan.+ Garuu meetii boojiʼame tokko illee hin fudhanne.+
19 Taʼaanaak keessa laga Megidoo+ biratti,Mootonni dhufanii waraana banan;Mootonni Kanaʼaan waraana banan.+ Garuu meetii boojiʼame tokko illee hin fudhanne.+