-
Leewwota 2:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 “‘Aarsaan kee aarsaa midhaanii eeleedhaan tolfame yoo taʼe,+ maxinoo daakuu bullaaʼaa zayitiidhaan makame irraa tolfame haa taʼu.
-
-
Leewwota 2:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 “‘Aarsaan kee aarsaa midhaanii distii keessatti qophaaʼe yoo taʼe, aarsaan sun daakuu bullaaʼaa fi zayitii irraa kan tolfame haa taʼu.
-