1 Saamuʼel 18:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Daawitii fi warri kaan yommuu Filisxeemota rukutanii deebiʼan, dubartoonni dibbee+ fi meeshaa muuziqaa ribuu sadii qabuun gammachuudhaan sirbaa+ fi shubbisaa Saaʼol Mooticha simachuuf magaalota Israaʼel hundumaa keessaa gad baʼan. 1 Saamuʼel 18:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaafuu, Saaʼol of biraa isa fageessee ajajaa kumaa godhee isa muude; Daawitis waraana irratti raayyaa waraanaa ni geggeessa ture.*+
6 Daawitii fi warri kaan yommuu Filisxeemota rukutanii deebiʼan, dubartoonni dibbee+ fi meeshaa muuziqaa ribuu sadii qabuun gammachuudhaan sirbaa+ fi shubbisaa Saaʼol Mooticha simachuuf magaalota Israaʼel hundumaa keessaa gad baʼan.
13 Kanaafuu, Saaʼol of biraa isa fageessee ajajaa kumaa godhee isa muude; Daawitis waraana irratti raayyaa waraanaa ni geggeessa ture.*+