-
Uumama 25:1-4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Abrahaam ammas haadha manaa ni fuudhe; maqaan ishiis Keexuraa jedhama ture. 2 Ishiinis yeroo booda Zimraan, Yoqshaan, Meedaan, Miidiyaan,+ Ishbaakii fi Shuʼaa+ isaaf ni deesse.
3 Yoqshaan, Sheebaa fi Deedaaniin ni dhalche.
Ilmaan Deedaan, Ashuriim, Letushiimii fi Leʼumiim turan.
4 Ilmaan Miidiyaan, Eefaa, Eefeer, Hanook, Abiidaa fi Eldaaʼaa turan.
Kanneen kun hundi ilmaan Keexuraa turan.
-