LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yommuu daldaltoonni Miidiyaanota+ taʼan achiin darbanittis, isaan Yoseefiin boolla bishaanii sana keessaa baasanii meetii sheeqilii* 20n Ishmaaʼelotatti isa gurguran.+ Namoonni kunis Yoseefiin gara Gibxiitti fudhatan.

  • Baʼuu 2:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Sana booda Faraʼoon waaʼee kanaa dhagaʼee, Musee ajjeesuu barbaade; Museen garuu Faraʼoon jalaa baqatee biyya Miidiyaan+ keessa jiraachuuf deeme; boolla bishaanii tokko biras ni taaʼe.

  • Lakkoofsa 31:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelotaaf Miidiyaanota+ irratti haaloo baʼi.+ Sana booda gara saba keetti walitti ni qabamta.”*+

  • Abbootii Murtii 6:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Harki Miidiyaan Israaʼel irratti ni cime.+ Israaʼelonnis Miidiyaaniin kan kaʼe, gaarota, holqawwanii fi iddoowwan salphaatti bira hin gaʼamne keessatti iddoo keessa dhokatan* ni qopheeffatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi