LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 25:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Abrahaam ammas haadha manaa ni fuudhe; maqaan ishiis Keexuraa jedhama ture. 2 Ishiinis yeroo booda Zimraan, Yoqshaan, Meedaan, Miidiyaan,+ Ishbaakii fi Shuʼaa+ isaaf ni deesse.

  • Baʼuu 3:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Museen abbiyyuu* isaa Yetroo+ isa luba Miidiyaan taʼe sanaaf bushaayee tiksuu jalqabe. Bushaayee sana utuma kallattii dhihaa lafa onaa sanaatti oofaa jiruu, dhuma irratti gara gaara Waaqa dhugaa, jechuunis gara Horeeb+ dhufe.

  • Baʼuu 4:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Sana booda Yihowaan Miidiyaan keessatti Museedhaan, “Namoonni si ajjeesuu* barbaadan hundi waan duʼaniif, deebiʼii gara Gibxii dhaqi” jedhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi