-
Abbootii Murtii 4:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Dibooraanis Baaraaqiin, “Guyyaan Yihowaan Siseeraa harka keetti dabarsee itti kennu harʼa waan taʼeef, kaʼi. Yihowaan si dura baʼee ni deema mitii ree?” jette. Baaraaqis namoota isa duukaa buʼan 10,000 wajjin Gaara Taabor irraa gad ni buʼe.
-