Hojii Ergamootaa 7:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “Waaqayyo kakuu dhaqna qabaas isaaf ni kenne;+ Abrahaam Yisihaaqiin dhalche;+ guyyaa saddeettaffaattis dhaqna isa qabe;+ Yisihaaq Yaaqoobiin dhalche; Yaaqoob immoo mataawwan maatii* 12n dhalche.
8 “Waaqayyo kakuu dhaqna qabaas isaaf ni kenne;+ Abrahaam Yisihaaqiin dhalche;+ guyyaa saddeettaffaattis dhaqna isa qabe;+ Yisihaaq Yaaqoobiin dhalche; Yaaqoob immoo mataawwan maatii* 12n dhalche.