-
Uumama 21:1-3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Yihowaan akkuma jedhee turetti Saaraa ni yaadate; Yihowaan wanta waadaa galee ture Saaraadhaaf ni raawwate.+ 2 Kanaafuu, Saaraan ni ulfoofte;+ akkuma Waaqayyo waadaa isaaf galee turetti, yeroo murteeffame sanatti, bara dulluma isaatti Abrahaamiif ilma ni deesse.+ 3 Abrahaam ilma Saaraan isaaf deesse sana maqaa isaa Yisihaaq jedhee moggaase.+
-