-
1 Seenaa Baraa 6:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Kanneen kun Taabotichi achi akka taaʼuuf erga dhufee booda warra Daawit faarfannaa mana Yihowaa keessatti faarfatamu akka geggeessaniif muude turan.+
-
-
1 Seenaa Baraa 6:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Obboleessi isaa Asaaf+ karaa mirga isaatiin dhaabbata ture; Asaaf ilma Berekiyaa, ilma Shimeʼaa,
-
-
1 Seenaa Baraa 25:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Kana malees Daawitii fi ajajjoonni gareewwan tajaajilaa, baganaa, meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii+ fi siimbaaliitti+ fayyadamanii raajii dubbachuudhaan akka tajaajilaniif ilmaan Asaaf, ilmaan Hemaanii fi ilmaan Yedutuun+ keessaa tokko tokko adda ni baasan. Maqaan namoota tajaajila kanaaf itti gaafatamummaa qabanii kanaa gaditti tarreeffameera: 2 ilmaan Asaaf keessaa: Zaakur, Yoseef, Naataaniyaa fi Asharʼelaa yeroo taʼan, isaan ilmaan Asaaf warra qajeelfama Asaaf jala jiranii fi qajeelfama mootichaa jala taʼanii raajii dubbatan turan.
-
-
Faarfannaa 83:ibsa jalqaba boqonnaarra jiruKitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Faarfannaa. Faarfannaa Asaaf.+
-