-
1 Seenaa Baraa 16:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis Taabota Yihowaa duratti akka tajaajilaniif, akkasumas Yihowaa Waaqa Israaʼeliif ulfina akka kennaniif,* akka isa galateeffatanii fi akka isa jajataniif Leewwota tokko tokko ni muude.+ 5 Asaaf+ dura buʼaa yeroo taʼu, isatti aansee immoo Zakkaariyaastu muudame; Yeyiʼel, Shemiraamot, Yehiʼel, Maataatiyaan, Eeliyaab, Benaayaan, Obeed Edoomii fi Yeyiʼel+ meeshaawwan muuziqaa ribuu qabanii fi baganaa taphatu turan;+ Asaaf immoo siimbaalii taphata ture;+
-