1 Seenaa Baraa 15:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Maataatiyaan,+ Elifelehuun, Miqneeyaan, Obeed Edoom, Yeyiʼelii fi Azaaziyaan rukuttaa Shaminiitiin*+ baganaa taphatu turan; isaanis geggeessitoota muuziqaa turan.
21 Maataatiyaan,+ Elifelehuun, Miqneeyaan, Obeed Edoom, Yeyiʼelii fi Azaaziyaan rukuttaa Shaminiitiin*+ baganaa taphatu turan; isaanis geggeessitoota muuziqaa turan.