Uumama 36:11, 12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Ilmaan Eliifaaz Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataamii fi Qeenaaz+ turan. 12 Timnaan saajjatoo Eliifaaz ilma Esaawu taate. Yeroo boodas ishiin Eliifaaziif Amaaleqiin+ ni deesse. Kanneen kun ilmaan Aadaa ishii haadha manaa Esaawu taate sanaa ti.
11 Ilmaan Eliifaaz Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataamii fi Qeenaaz+ turan. 12 Timnaan saajjatoo Eliifaaz ilma Esaawu taate. Yeroo boodas ishiin Eliifaaziif Amaaleqiin+ ni deesse. Kanneen kun ilmaan Aadaa ishii haadha manaa Esaawu taate sanaa ti.