LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 36:40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 40 Akka maatiiwwan isaaniitti, akka naannoowwan isaaniittii fi akka maqaa maqaa isaaniitti ilmaan Esaawu warri dura buutota taʼan kanneen kana turan: Dura Buʼaa Timnaa, Dura Buʼaa Alwaa, Dura Buʼaa Yeteet,+

  • Uumama 36:42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Dura Buʼaa Qeenaaz, Dura Buʼaa Temaan, Dura Buʼaa Mibzaar,

  • 1 Seenaa Baraa 1:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Ilmaan Eliifaaz, Temaan,+ Omaar, Zeefoo, Gaataam, Qeenaaz, Timnaa fi Amaaleq+ turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi