Keessa Deebii 33:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kan akka Waaqa dhugaa+ Yeshuurun,+Isa si gargaaruuf samii keessa gulufu,Isa ulfina isaatiin duumessoota irra gulufu+ sanaa tokko illee hin jiru. Faarfannaa 8:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Yaa Gooftaa keenya Yihowaa, guutummaa lafaa irratti maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha! Ati simboon kee samiiwwan irra illee kan caalu akka taʼu gooteetta!*+
26 Kan akka Waaqa dhugaa+ Yeshuurun,+Isa si gargaaruuf samii keessa gulufu,Isa ulfina isaatiin duumessoota irra gulufu+ sanaa tokko illee hin jiru.
8 Yaa Gooftaa keenya Yihowaa, guutummaa lafaa irratti maqaan kee akkam ulfina qabeessa dha! Ati simboon kee samiiwwan irra illee kan caalu akka taʼu gooteetta!*+