1 Mootota 8:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Garuu Waaqni dhuguma lafa irra ni jiraataa?+ Kunoo, samiin, eeyyee samiin samiiwwanii si baachuu hin dandaʼan;+ manni ani ijaare kun immoo hammam haa xinnaatu ree!+ Faarfannaa 104:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 104 Yihowaa nan jajadha.+ Yaa Waaqa koo Yihowaa, ati baayʼee guddaa dha.+ Ati ulfinaa fi simboo uffatteetta.+ Faarfannaa 148:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+ Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+
27 “Garuu Waaqni dhuguma lafa irra ni jiraataa?+ Kunoo, samiin, eeyyee samiin samiiwwanii si baachuu hin dandaʼan;+ manni ani ijaare kun immoo hammam haa xinnaatu ree!+
104 Yihowaa nan jajadha.+ Yaa Waaqa koo Yihowaa, ati baayʼee guddaa dha.+ Ati ulfinaa fi simboo uffatteetta.+
13 Maqaan isaa qofti matumaa kan bira hin gaʼamne waan taʼeef,Isaan maqaa Yihowaa haa jajatan.+ Ulfinni isaa lafaa fi samiidhaa oli.+